Xajjituu, Dubbaalaa
(Ambo University, 2014-11)
Qorannoon kun asoosama dheeraa Afaan Oromoo „Hawwii‟ jedhu irratti, yaaxxina
seenawaa fayyadamuun xiinxaluu irratti xiyyeeffata. Ka‟umsi qorannoo kanaa,
asoosamni Afaan Oromoon qophaa‟u tokko hagam qabatamaa uummata ...