Jifaaraa, Raggaasaa
(Yunivarsiitii Amboo, 2022-06)
Asoosama afaan Oromootiin barreeffamanii ummata bira ga‟an hedduu yoo ta‟anillee, gama
firiiwwan isaanii irratti xiyyeeffachuun qorannoon yoo adeemsifamu bal‟inaan hin mul‟atu.
Yaada kana irraa ka‟uun firiiwwan asoosamaa ...