Gaddafaa, Qannoo
(Ambo University, 2023-10)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa asoosama Hawwii ija yaaxxina dhugummaan xiinxaludha. Qorannoo kana gaggeessuuf dhimmoonni akka ka’umsaatti qorataa kakaasan hanga yoonaatti qorannoon yaaxxinoota bu’uureffachuun asoosamoota ...