Balaay, Camadaa
(Ambo University, 2017-02)
Qorannoon kun mata duree, “Xiinxala Mammaaksota Oromoo amala badaa mul’isan: Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii irratti xiyyeeffate” irratti geggeeffame. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, mammaaksota Oromoo amala badaa mul’isan, ...