Abbabaa, Goobanaa
(Yunivarsiitii Amboo, 2023-11)
Waraqaan qorannoo kun mataduree, “Xiinxala Walaloo sirboota Galaanaa Garomsaa Albeema Baallii”
jedhurratti kan gaggeeffamedha.Kaayyoon qorannichaas, xiinxala walaloo sirboota Galaanaa
Gaaromsaa Albeema Baallii yaaxxina ...