Dirribee, Angaasaa
(Ambo University, 2023-10)
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa sirna kabaja Ayyaana Hulluuqqii Bokkuu Jiituu qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan ga’uuf mala qorannoo akkamtaa ibsaatti dhimma bahuun yaadiddamoota haalawaa, hiikaafi xiinsammuu bu’uura ...