Abstract:
Kaayyoon qorannoo kanaa asoosamoota Godaannisaa fiHiree Galgalaa yaaxina
dubartummaanxiinxaluudha.Saxaxniqorannookanaassaxaxaibsuuyoota’u,maddi
ragaaqorannichaasmaddaragaatokkoffaadha.Haalumakanaanis,akkamaddaragaa
tokkoffaattiasoosamootaGodaannisaafiHireeGalgalaayoota’an,gosaiddatteessuu
miticarraatin kan filatamaniidha.Meeshaaleefunaansaragaasakatta’abarruutiin
kitaabileefilatamaanirradeddeebi’uundubbisuunoddeeffannoowwanfunaannaman
malaqorannooakkamtaatiinqaacceffamaniijiru.Kunis,qaaccessagaggeeffameirraa
ka’uunargannoonijoonarmaangadiibiragahameejira.Argannoowwanqorannichaa
keessaaimmoo,dubartoonnigamadiinagdeetiingaliidhabuuirraakanka’eofiifiijoollee
isaaniijiraachisuuftattaaffiikantaasisanyoota’u,diingdeenofdandaa’aniijiraachuu
akkadanda’ankanhinagrsiifamneta’uunaddabaheejira.Ittidabalees,asoosama
Godaannisaakeessattiakkaqaamaisaaniigurguraniigaliiargachuunjiraatanittiqoodni
kennamuufiimaleeakkamittikeessaaakkabahankaa’amuudhiisuunifoomeera.Kana
malees,hawaasummaakeessattigamaduudhaa,seenaa,afaaniifiaadaahawaasaa
keessattiqoodaqabaachuu,sababaolaantummaakoorniyaatiinmiidhaanxinsammuu,
qaamaa fibarnootaa akka irra gahuun adda baafamee jira.Haaluma kanaanis,
argannoowwankanairrattihundaa’uunakkayabootti,dubartoonnigamadiinagdee,
hawaasummaafisiyaasaanqoodaolaanaaqabaachuunhubatameeosoojajjabeeffamanii
gaariita’a.Akasumas,barreessitoonnidubartootaaasoosoosamabarreessuukeessatti
baay’inaanosoohirmaataniiloogiitokkomaleeolaantummaankoorniyaahir’achuu
dandaa’a