Murteessaa, Nugusee
(Ambo University, 2023-05)
Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadama afaanii sirboota Anduwalam Gosaa qaaccessuudha.Malleen qorannoo qorataan dhimma itti bahe saxaxa makaadha. Sababa mala makaa gargaarameefis, qaaccessa keessatti lakkoofsaafi jechaan ...