Haannaa, Dhaabaa
(Ambo university, 2025-10)
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa Xiinxala asoosama Suuraa Abdii ija yaaxina bifiyyeetiin kan jedhu yoo ta‟u, kaayyolee gooreen immoo asoosamicha keessatti ijaarsa caacculee keessaa jaargochi asoosamichaa ergaa asoosamichaa ...