Taammiruu, Galaayee
(Ambo University, 2027-01)
Kaayyoon qorannoo kanaa „Itti Fayyadama Afaanii Sirboota Iskiindir Taammiruu‟
qaacceessuudha. Malleen qorannoo qorataan dhimma itti bahe mala akkamtaati. Sababa mala
akkamtaa gargaarameefis, qaaccessa keessatti jechaan ...