Wuddee, Takluu
(Yuunivarsiitii Amboo, 2014-12)
Qorannoon kun mata duree xiinxala Fakkoommii Meeshaaleefi gochaalee sirna kakaa
Oromoo Tuulamaajedhurratti kan gaggeeffame yoo ta‟u, kaayyoon qorannoo kanaas,
fakkoommii meeshaaleefi gochaalee duudhaa sirna kakaa Oromoo ...