WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Xiinxala Asoosama Dheeraa Siidaa Yaadannoo ija Yaaxina Dubartummaan

Show simple item record

dc.contributor.author Balaaynash, Eda‟ee
dc.date.accessioned 2025-02-19T06:22:17Z
dc.date.available 2025-02-19T06:22:17Z
dc.date.issued 2024-11
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/4352
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kana asoosama dheeraa siidaa yaadannoo ija yaaxina dubartummaan xiinxaluu dha, Ka‟umsi qorannichaa immoo qorattuun armaan duraa asoosamota dubbiste keessaa asoosamni kun xiinxalamuu qaba jette waan amanteef. Sababni yaaxina kanaan xiinxaluuf qorattuu kakaasee immo sochii yaaxina dubartummaaf taasifamu keessatti gumaacha ofii bahuuf. Gosti qorannoo kanaas gosa qorannoo akkamtaa yoo ta‟u, malli dhimma itti bahames mala odeeffannoo kitaabarraa argame jechaan qaacceessuun bifa addeessuutiin kan kahameedha. Maddi ragaa qorattuun dhimma itti baate madda ragaa tokkoffaa dha. Argannoon qorannoo kanaas Dubartoonni jireenya hawaasummaa irratti ciccimoo ta‟uu, siyaasa keessatti dubartonni dhiira waliin wal bira qabamanii yoo ilaalaman ga‟ee laafaa kan bahan ta‟u. Hallii gama dinagdeen dubartoonni itti bocaman gadaanaa ta‟u. Kunis dubartoonni dinagdee mataa isaanii qabu osoo hin taanee, akka diinagdee warroota dhiiraa irratti rarra‟anii jiranitti kan bocaman ta‟u.Ga‟ee gama xiinsammuutinis haalli dubartonni gama xiinsammuun itti bocaman karaalee lamaan kan ibsaman yoo ta‟uu, isaaniis:dubartoota xiinsammuu cimaa qabanifi xiinsammuu dadhabaa qaban jechuun xiinxalamni jiru. Haa ta‟uu malee asoosama kana keessatti dubartoonni ga‟ee taphatan harki caaluu kan xiinsammuu dadhabaa qaban, kanneen murtee mataa ofii hin qabne, sodattuu, rakkattuu, hamtuu. Kan shira xaxan kan kaayyoo hin qabne ta‟ani bocamuun isaanii bira gahamera. Dhimmoonni walqixxummaa kornaayaa irra caalaan olaantummaa dhiirotaatiin kan agarsiifame yoo ta‟u, sababa garaagarummaa kornaayaatiin miidhaan dubartootarra akka ga‟e bira gahameera. Yaboon qorannoo kanaas, Ga‟een namfakkiileen dubartootaa gama siyaasaafi hawaasumaan qaban keessattuu gama siyaasaan qaban laafaa waan ta‟eef osoo ilaalame.Laafaa kan jechisiisees dubartoonni yemmuu dhiirri hidhamu dhaqxee gaafachuu malee adda durumaan kan hin hirmaanne ta‟uu isaaniti. Gama dinagdeenis akka dinagdee mataa isaanii sochoosuu danda‟aniti osoo bocamani. dubartoonni ,kanneen murtee mataa ofii hin qabne,sodattuu,rakkattuu, hamtuu, kadhattuu kan waan kennaniif hunda fudhachuu malee mormachuu hin dandeenye,kan qabeenya ofii hin qabne,kan qabdullee kabachiifachuu hin dandeenye. Kan shira xaxan kan kaayyoo hin qabne ta‟ani bocamani jiru kunis osoo keessa deebi‟ame ilaalame, en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Yuunivarsiitii Amboo en_US
dc.subject Xiinxala en_US
dc.subject Asoosama Dheeraa en_US
dc.subject Dubartummaan en_US
dc.title Xiinxala Asoosama Dheeraa Siidaa Yaadannoo ija Yaaxina Dubartummaan en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account