WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

“Qacceessa Itti Fayyadamaa Afaan Jarsummaa Oollaa Waldhabee Aanaa Ejersaa Lafoo‟‟

Show simple item record

dc.contributor.author Masarat, Haacaalu
dc.date.accessioned 2024-11-08T13:33:08Z
dc.date.available 2024-11-08T13:33:08Z
dc.date.issued 2024-05
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/4101
dc.description.abstract Mata dureen qorannoo kanaa “Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Jaarsummaa olla wal dhabe: Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafoo xiyyeeffate” jedhu yoo ta‟u, kaayyoon gooroo isaa itti fayyadama afaanii jaarsummaa ollaa wal dhabee furuuf fayyadan qaaccessuudha. Ka‟umsi qorannoo kaanaas, afaan jireenya idilee keessaatti akkamiin dhimma akka itti ba‟amu fi guddina afaaniitiif shoora inni qabu irratti hubannoon jiru laafaadha. Kana malees itti fayyadama afaanii dameewwan dirree qorannoo biroo keessatti malee gama aadaa hawaasaatiin waldhabdee olla irratti hojjatame hanga hubannoo qorattuutti hn argamne. Kaayyoo kana galmaan gahuufis mala qorannoo akkamtaatti dhimma bahuun, Malli funaansa raga af-gaaffii, marii garee fi daawwannaatti dhimma ba‟ame. Ragaaleen funaanaman maleenya qorannoo ibsaan qaacceffamanii jiru. Qorannoo kanaanis filannoo jechoota fiixa ba‟insa wal dabdeesana keessatti jechoonni eeyyentaa, waadaa fi ,jechoota gaabbiitti akka dhimma ba‟an bira ga‟ameera. Iitti dabauudhaan, malleen dubbii akka nameessa akkasa akka dhimma ba‟anii fi caasaa afaanii gaalee, akkasumas loogaatti dhiimma akka ba‟an akkasumas og afaan keessaa mammaaksotaa, jechamootaa fi afwalalootti akka dhimma ba‟an bira ga‟ameera. Akkasumas, akkaataan fayyadamaa fi filannaa jechootaa jaarsummaa keessatti fayyadaman kanneen funaanuun akkaataa dhalootaa dhalootatti darbuu danda‟utti qindaa‟ee barreeffamaan osoo taa‟ee, kan jedhu immoo yaada furmaataa qorannoo kanaati. en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Yunivarsiitii Amboo en_US
dc.subject Qacceessa en_US
dc.subject Itti Fayyadamaa Afaan en_US
dc.subject Aanaa Ejersaa en_US
dc.title “Qacceessa Itti Fayyadamaa Afaan Jarsummaa Oollaa Waldhabee Aanaa Ejersaa Lafoo‟‟ en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account