WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Xiinxala asoosamoota godaannisaafihiree Galgalaaijayaaxinadubartummaati

Show simple item record

dc.contributor.author Hawwineet, Abaataa
dc.date.accessioned 2024-06-19T08:20:05Z
dc.date.available 2024-06-19T08:20:05Z
dc.date.issued 2016-09
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/3716
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kanaa asoosamoota Godaannisaa fiHiree Galgalaa yaaxina dubartummaanxiinxaluudha.Saxaxniqorannookanaassaxaxaibsuuyoota’u,maddi ragaaqorannichaasmaddaragaatokkoffaadha.Haalumakanaanis,akkamaddaragaa tokkoffaattiasoosamootaGodaannisaafiHireeGalgalaayoota’an,gosaiddatteessuu miticarraatin kan filatamaniidha.Meeshaaleefunaansaragaasakatta’abarruutiin kitaabileefilatamaanirradeddeebi’uundubbisuunoddeeffannoowwanfunaannaman malaqorannooakkamtaatiinqaacceffamaniijiru.Kunis,qaaccessagaggeeffameirraa ka’uunargannoonijoonarmaangadiibiragahameejira.Argannoowwanqorannichaa keessaaimmoo,dubartoonnigamadiinagdeetiingaliidhabuuirraakanka’eofiifiijoollee isaaniijiraachisuuftattaaffiikantaasisanyoota’u,diingdeenofdandaa’aniijiraachuu akkadanda’ankanhinagrsiifamneta’uunaddabaheejira.Ittidabalees,asoosama Godaannisaakeessattiakkaqaamaisaaniigurguraniigaliiargachuunjiraatanittiqoodni kennamuufiimaleeakkamittikeessaaakkabahankaa’amuudhiisuunifoomeera.Kana malees,hawaasummaakeessattigamaduudhaa,seenaa,afaaniifiaadaahawaasaa keessattiqoodaqabaachuu,sababaolaantummaakoorniyaatiinmiidhaanxinsammuu, qaamaa fibarnootaa akka irra gahuun adda baafamee jira.Haaluma kanaanis, argannoowwankanairrattihundaa’uunakkayabootti,dubartoonnigamadiinagdee, hawaasummaafisiyaasaanqoodaolaanaaqabaachuunhubatameeosoojajjabeeffamanii gaariita’a.Akasumas,barreessitoonnidubartootaaasoosoosamabarreessuukeessatti baay’inaanosoohirmaataniiloogiitokkomaleeolaantummaankoorniyaahir’achuu dandaa’a en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Ambo University en_US
dc.subject Xiinxala en_US
dc.subject asoosamoot en_US
dc.title Xiinxala asoosamoota godaannisaafihiree Galgalaaijayaaxinadubartummaati en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account