WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Xiinxala Asoosama Dheeraa Ichima Jaalalaa Ija Yaaxina Bifiyyeetiin

Show simple item record

dc.contributor.author Biraanee, Baqqalaa
dc.date.accessioned 2022-11-10T10:40:05Z
dc.date.available 2022-11-10T10:40:05Z
dc.date.issued 2014-09
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2196
dc.description.abstract Qorannoon kun mata duree “Xiinxala Asoosama Ichima Jaalalaa Ija Yaaxina Bifiyyeetiin” jedhurratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon gooroon qorannoo kanaa asoosama dheeraa „Ichima Jaalalaa ija yaaxxina bifiyyeen‟xiinxaludha. Saxaxni qorannoo kanaa akkamtaayoo ta‟u, tooftaa iddeetteessuu akkaayyootiin dhimma baheera.. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkoffaati. Kunis kitaaba Asoosama „Ichima Jaalalaati‟.Meeshaaleen funaanasa ragaa xiinxala barruu yoo ta‟u kunis, asoosama „Ichima Jaalalaa‟ gad fageenyaan dubbisuun boqonnaa afur keessatti xiinxalli gaggeeffame ibsi itti kennameera. Argannoo qorannoo kanaan bira gahamees, Asoosama „Ichima Jalaala‟keessatti caacculleen asoosama, jaargocha, namfakkii waldidda, ijafi yoomessaatti kan dhimma bahe yoo ta‟u, irraa maqinsii asoosama „Ichima Jaalalaa‟ keessatti mul‟ate irraa maqinsa dubartiin gocha dhiirri raawwachuu qabu kan raawwatame, jechoota safuu walsukkumuu,walitti qadaaduu,walitti hodhamuu jechuu asoosaa,kaayyoo irraa maquu,,jechoota guyyuu irraa maquun, dhugaarraa maquu ilaalchisee Utubaan hojjeta cima ta‟e otoo jiruu maqaa yakkaman akka waamamuu taasisuu Teediroos, sobni dhugaa awwaluu, Malaawwan barruu addeessuu, himegeree, duubdeebii, waliin haasaa fi ofiin haasaa kan dhimma bahee ta‟uu, malleen dubbii akkasaa, iddeessaa, nameessaa, ukukuubee, fi mallattummaafi walqabsiisa kan dhimma bahamee ta‟uu bira gahameera. Dhumarratti, argannoo bira gahamee bu‟uureffachuun yaboon kennameera en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Ambo University en_US
dc.subject Xiinxala en_US
dc.subject Ija Yaaxina en_US
dc.title Xiinxala Asoosama Dheeraa Ichima Jaalalaa Ija Yaaxina Bifiyyeetiin en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account