WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Xiinxala Asoosama Yoomi Laataa Yaadxina Markisistootaan

Show simple item record

dc.contributor.author Cimdii, Hirphasaa
dc.date.accessioned 2023-04-28T13:32:31Z
dc.date.available 2023-04-28T13:32:31Z
dc.date.issued 2023-01
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2711
dc.description.abstract Qorannoon kun Mata duree.” Xiinxala asoosama Yoomi Laataa? kallattii yaaxina maarkisistootaa” jedhurratti kan xiyyeeffatedha.Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa asoosama Yoomi Laataa? Yaaxinna Maarkisistootaan xiinxaluudha. Qorannichaaf ka‟umsa kan ta‟e Fookiloorii, xiinqooqafi dandeettii irratti qorannoon hedduun gaggeeffameera. Og-barruu Oromoon qorannoon gaggeeffame bal‟inaan hin mul‟atu.Qaawwaa kana guutuuf yaadameetu. Kana malees asoosamni Yoomi Laataa? haala jiruufi jireenya uummata Oromoo baroota mootota biyya bulchaa turan keessatti maal akka fakkaachaa ture irratti hundaa‟ee kan kalqame waan ta‟eef xiinxaluuf sababa ta‟eera.Saxaxni qorannoo kanaa akkamtaa yoo ta‟u, Malli odeeffannoon ittiin funaanaman mala sakkatta‟a barruuti;tooftaa iddatteessuu akkayyootiin filatameera. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkoffaati. Kunis kitaaba asoosama Yoomi Laataa? ti. Meeshaaleen funaansa ragaa xiinxala barruuti. Kunis asoosama kana gadi fageenyaan dubbissuun boqannaa afuri keessatti xiinxalli gaggeeffamee ibsi itti kennameera. Argannoon qornnoo kanaan bira gahames sirnoota darban keessatti miidhaa nafxanyoon qabeenyaa Uummata Oromoo saamaa turan adda ba‟eera,Olaantummaan sirna nafxanyootaan dhiibbaa gama bulchiinsaan hawaasa Oromoo irraan gahaa ture hubatameera, Dhimmoonni hawaasummaa kanneen akka afaan, aadaa,amantii, barnootaafi qaroomna hawaasa Oromoo sirna bulchiinsa nafxanyootaa keessatti maal akka fakkaachaa ture bira gahameera, Akkasumas ilaalcha sirnoota darban keessatti nafxanyoonni Uummata Oromoof qabaachaa turan hubatameera. Dhumarratti argannoo bira gahame bu‟uureeffachuun Yaboonkennames Osoo qorattaanni asoosamoota adda addaa dubbisanii xiinxaluun ergaa qabatamaa hawaasaafi ogumni uummatichaa keessa darbaa dhufe ibsanii tolaadha. en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Yunivarsiitii Amboo en_US
dc.subject Xiinxala en_US
dc.subject Asoosama Yoomi Laataa en_US
dc.subject Yaadxina en_US
dc.title Xiinxala Asoosama Yoomi Laataa Yaadxina Markisistootaan en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account