WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Sirboota Anduwalam Gosaa

Show simple item record

dc.contributor.author Murteessaa, Nugusee
dc.date.accessioned 2023-04-26T07:10:40Z
dc.date.available 2023-04-26T07:10:40Z
dc.date.issued 2023-05
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2709
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadama afaanii sirboota Anduwalam Gosaa qaaccessuudha.Malleen qorannoo qorataan dhimma itti bahe saxaxa makaadha. Sababa mala makaa gargaarameefis, qaaccessa keessatti lakkoofsaafi jechaan ibse.Maddi ragaalee qorannoo kanaa dhimma itti bahame madda raga tokkoffaadha. Maddi raga tokkoffaa qorannoo kanaa sirbootuma Anduwalamam Gosaa bara adda adda weellisedha. sirboota kana gara walaloo barreeffamaatti jijjiree akka kuusaa (document) titti dhimmabahe. Sirboota jiran keessaTooftaa iddattessuu miti carraa filatee,Ammargee gargaaramuun sirboota Anduwalam ja’airratti hojjete. Meeshaalee funaansa ragaalee qorannoo kanaa moobaayilaafi laaptooppii (mobile & laptop) dha.Argannoon qorannoo kanaa itti fayyadama afaanii sirboota keessatti argaman filannoo jechootaa,fayyadama malleen dubbiifiamala bu’uuraa caasaa walaloo haammata.Fayyadamni filannoo jechootaa jechoota (756) keessaa (363) yoota’u dhibbentaan (49%)dha. Jechoonni biroo immoo, (393) dha.Kunis dhibbentaan (51%)dha.Kanneenis jechoota waliin deemaan, jechoota faallaa, jechoota afaan biroofi jechoota loogaa jechoota dachaafi irra deddeebiin jechootaati. Malleen dubbii kanneen akka akkasaa, iddeessa, nameessa, eemitifi habalaka sirboota Anduwaalam keessatti buufata walaloo(48) keessaa (45) kan qabu yoota’u dhibbentaan(94%)dha. Kan hin qabne (3) dhibbentaan (6%) dha.Kun immoo, qixa sirriin malleen dubbii kana fayyadamun sirboonni kun akka dhageettii argatan taasiseera. Amala bu’uuraa caasaa walaloo keessatti caasaa sadarkaa birsagaatti jiran Kanneen walunata qaban buufata walaloo(48) keessaa(44) yoota’u dhibbentaan(91%)dha. Kan hiqabne (4) dhibbentaan (9%) dha. Walunaanni kanniin walunata sududaa, sududa dachaa, qeenxee qaxxaamuraa, durdura sagalee haalan qindaa’e qaba.Safara walqixaa kannneen akka: hidhaaguutuu, dachaa qaxxaamuraafi qeenxee qaxxaamuraa qaba. Dhumarratti yaboon qorannoo kanaa dhimmoota itti fayyadama afaanii hojii artii keessatti guddina afaanitiif gahee waan qabuuf artistootni wallee osoo baasiindura ogeessota afaanii osoo ilaalchifatanii barbaachisaadha en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Ambo University en_US
dc.subject Qaaccessa en_US
dc.subject Fayyadama Afaanii Sirboota en_US
dc.title Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Sirboota Anduwalam Gosaa en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account