WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Qaaccessa Ergaa Sirboota Haacaaluu Hundeessaa Maal Mallisaa

Show simple item record

dc.contributor.author Mitikkuu, Mitikkuu
dc.date.accessioned 2023-03-24T13:57:47Z
dc.date.available 2023-03-24T13:57:47Z
dc.date.issued 2015-03
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2629
dc.description.abstract Qorannoon kun kan gaggeeffame sirboota Haacaaluu Hundeessaa mata dureen isaa maalmallisaa jedhamu keessatti haammataman irratti.kaayyoon qorannoo kanaa sirboota mata duree kan jalatti argaman qaaccessuun hiika itti kennuudha.bu’uuruma kanaan sirboonni mata duree kana jalatti haammataman mala iddattoo kaayyeffataatiin filatamanii jiru.qorannoon kunis mala qorannoo akkam ta’aatti fayyadamuun sirboonni mata duree kana jalatti haammataman hundi qaacceffamanii jiru.Qorannoo kana galmaan gahuuf meeshaaleen funaansa ragaa siidiin sagaleen waraabamee jiru gara barreeffamaatti jijjiiruun kaayyoo qorannichaa akka galmaan gahanittimata duree adda addaatti qoqqooduun qaacceffamanii jiru.Argannoowwan qorannoo kanaan argamanis sirboonni Haacaaluu Hundeessaa maalmallisaa qabiyyeewwan kanneen akka siyaasaa,diinagdee,tokkummaa,hacuuccaafi k.k fa’a kan ibse ta’uun bira gahamee jira.sirboonni Haacaaluu Hundeessaa Maalmallisaa jalatti haammataman Seenaa barsiisuu,tokkummaa cimsuufi miira ofitti amanamummaa kan nama keessatti horan ta’uun bira gahamee jira.Walumaa galatti sirboonni Haacaaluu Hundeessaa maalmallisaa gama ogbarruutiin dhalootaaf bu’aa bu’aa guddaa buusuu waan danda’uuf dhaloonni akka hin daganne,hayyoonni gara garaa hojii boonsaa dhalootaaf ta’u akka irratti hojjetan yaboo qorannoo kanaa keessatti ibsamee jira en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Ambo University en_US
dc.subject Qaaccessa en_US
dc.subject Ergaa en_US
dc.subject Sirboota en_US
dc.title Qaaccessa Ergaa Sirboota Haacaaluu Hundeessaa Maal Mallisaa en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account