WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Walaloo Sirboota Aartisti Galaanaa Gaaromsaa Wal Agarra, Sodaa Qawwee Hin Qabnu Jedhiiniifi Hin Xuqin Jawwee Jedhurratti Kan Xiyyeeffatee Dha.

Show simple item record

dc.contributor.author Hirphaa, Shuumii
dc.date.accessioned 2023-03-03T11:12:42Z
dc.date.available 2023-03-03T11:12:42Z
dc.date.issued 2023-02
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2572
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kanaa itti fayyadama afaanii sirboota Galaanaa Gaaromsaa qaaccessuudha.Kaayyoo kanas galmaan ga’uuf hojiiwwan wal fakkaataa sirboonni Galaanaa muraasni qaban sakatta’amee jira.Qorannoon kun kan irratti xiyyeeffatu dhimma haala itti fayyadama afaanii sirboota Galaanaa keessatti mul’atu qaaccessuun bu’aa adda addaatiif oolchudha.Haaluma kanaan qorannoon kun tooftaalee funaansa ragaaletti dhimma bahameera.Ragaaleen funaannaman kunis mala akkamtaatti gargaarramuun xiinxalamanii jiru.Haala kanaan bu’aan qorannoo kanaa akka mul’isutti itti fayyadama afaanii sirboota Galaanaa’keessatti argaman ibsamaniiru.Argannoon argame akka ibsutti itti fayyadamni afaanii sirboota kanaa kaayyoo ifaa galmaan ga’uuf haalli itti fayyadama afaanii murteessaa ta’uufi dhimma itti fayyadama filannoo jechootaa,itti fayyadama malleen dubbii,ciigoowwan, jechama,irra deddeebii jechootaa kan of keessatti haammatudha. Kanaaf immoo yabooniis kennamee jira.Innis itti fayyadamni afaanii jechoota miidhagoofi miira namaa xuqan ergaa dachaa dhaamsa tokko karaaa naannawaafi hubatamuu danda’uun qaama biro bira waan ga’uuf shoora olaanaa akka qabu beekuun itti fayyadama afaanitti osoo gargaaramnee gaarii ta.a. en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Yunivarsiitii Amboo en_US
dc.subject Qaaccessa en_US
dc.subject Walaloo en_US
dc.subject Wal Agarra en_US
dc.title Qaaccessa Itti Fayyadama Afaanii Walaloo Sirboota Aartisti Galaanaa Gaaromsaa Wal Agarra, Sodaa Qawwee Hin Qabnu Jedhiiniifi Hin Xuqin Jawwee Jedhurratti Kan Xiyyeeffatee Dha. en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account