WelCome to Ambo University Institutional Repository!!

Qaaccessa Asoosama Miilla Hin Sokooksinee: Yaaxina Dhugummaatiin

Show simple item record

dc.contributor.author Keebeek, Abdallaa
dc.date.accessioned 2023-02-06T07:26:24Z
dc.date.available 2023-02-06T07:26:24Z
dc.date.issued 2013-02
dc.identifier.uri http://hdl.handle.net/123456789/2437
dc.description.abstract Qorannoon kun asoosama Miilla hin shokoksine ija yaaxina dhugummaatiin xiinxaluu irratti kan hojjetameedha. kaaayyoon qorannoo kanaa inni ijoon asoosama Miilla hin shokoksinee keessatti barreessaan asoosamichaa dhugummaa bu‟ureeffachuun bulchinsa,siyaasa, dhimmoota hawaasummaa kanneen akka afaan, aadaa,amantaa,diinagdeefi safuu akka ibse ija yaaxina dhugummaatiin xiinxaluudha.Qorattuun kaayyoo qabatte kana bira gahuuf mala sakatta‟a hafeetti fayyadamuun asoosama kana irra deddeebi‟uun dubbisuun odeeffannoo mata duree ishee waliin deemuu danda‟an asoosamicha keessaa funaannattee jirti. Odeeffannoo funaannatte kanaas gaaffilee bu‟uuraa irratti hundaa‟uun ija yaaxiina dhugummaatiin xiinxaltee jirti.Adeemsa xinxala kanaa keessattis, barreesichi dhimmoota asoosama kana keessa jiran seenaa addunyaa dhugaa keessatti mul‟ataniin hangam akka wal qabsiisee kaa‟es xiinxalte. Gosti qorannoo itti dhimma bahamee akkamtaa yoota‟u,irraawwatamni qorannchaas asoosama Miilla hin shokoksineedha. Maddi ragaa dhimma itti bahaame madda raga tokkoffaati.Argannoowwan qorannoo kanaa asoosamnii kun dhugummaa hawaasa keessa jiruun kan wal qabatuufi dhugummaa hawaasa keessa gadi fageenyaan ibseera. Kanamalees jechoonni tokko tokko safuu kan hin eegganne ni jiru. Barreessaan asoosama kanaas gocha hawaasa irratti raawwatamaa ture dhugummaa isaa agarsiisuuf jecha yeroo barreesse jechoota kanatti fayyadameera.Kunwaan jiruuf kallattiin fuula duraaf ta‟uu malu barreessitoonni gara fuula duraatti dhimmi ogbarruu Oromoo irratti hojjetan akkataa safuu hawwasaa eeguun dhugaa hawaasichaa ibsuu qabu en_US
dc.language.iso ao en_US
dc.publisher Ambo University en_US
dc.subject Qaaccessa en_US
dc.subject Asoosama en_US
dc.subject Sokooksinee en_US
dc.title Qaaccessa Asoosama Miilla Hin Sokooksinee: Yaaxina Dhugummaatiin en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search AmbouIR


Advanced Search

Browse

My Account