Abbabuu, Nagasaa
(Ambo University, 2023-02)
Kaayyoon qorannoo kanaa ergaa geerarsa diddaa roorroo uummata Oromoo Aanaa
Amboo qaaccessuudha.Qorannichi hawaasni Oromoo aanichaa geerarsa diddaa roorroo
keessatti ergaa attami akka dabarfatu beekuuf af-wallaloo hawasichaa ...