Obsaa, Boggaalaa
(Yunivarsiitii Amboo, 2023-01)
Qorannoon kun kan gaggeeffame walaloo sirboota diddaa mul‟isan irratti yemmuu ta‟u, kaayyoon
gooroo qorannoo kana walaloo sirboota Yoosan Geetahun diddaa mul‟isan qabiyyee isaan
xiyyeeffataniifi ergaa isaanii xiinxaluudha. ...